Pirojektii Wal’aansoo Isa Guddaa 2.0
Bara 2023 fi 2024tti kooppiiwwan miliyoonaan lakkaaʼaman waa'ee deebiʼee dhufuu Yesusiif qophaaʼuun raabsaman irratti hirmaadhaa.
Ellen G. White
Waliin Hundeessaa Waldaa Adveentistii Guyyaa Torbaffaa
Kitaaba kanaaf kanneen biroo caalaa bal’inaan tamsa’uu arguuf baay’een dhiphadha sababiin isaas Wal’aansoo Isa Guddaa keessatti ergaan akeekkachiisa dhumaa addunyaaf kenname kitaabota koo kanneen biroo kamiyyuu caalaa addatti kennameera.
Buusuu
Afaanota
Teed N. C. Wiilsan
Pirezidaantii, Waldaa Adveentistii Guyyaa Torbaffaa
Teed N. C. Wiilsan
Pirezidaantii, Waldaa Adveentistii Guyyaa Torbaffaa
Akkaataa isin Hirmaachuu Dandeessan
Sadarkaa
Pirojektii Boordii Waldaadhaaf Dhiyeessi
Sadarkaa
Naannoo tajaajilicha irratti hirmaattan filadhaa
Sadarkaa
Inventaarii Ajaja
Sadarkaa
Raabsaa
Ergaan akeekkachiisaa keessatti barreeffamee jiru guyyaa gooftaatti namootni akka dhaabachuu danda'aniif isaan qopheessuuf waan barbaachisuuf, akka kitaabni kun ariitiidhaan guutummaa addunyaa keessa tamsa'utti akkan barreessuuf Gooftaan yaada koo kakaase.
Ellen G. White, Manuscript 24, 1891
Wal'aansoo Isa Guddaa fi Qabeenyawwan Gargaarsaa buufadhaa
Goolaba
Addunyaan kun hammaataa moo wayya’aa jirti jettee yaadda? Akkuma beekamu, namoota hedduutu akka addunyaan kun hammaachaa deemaa jirtu amana. Addunyaa kana ija kanaan ilaaluun kan madde aadaa oduu gadhee tamsa’u irraa, ykn immoo dhugaa addunyaa kana raasu isa wiirtuu kitaaba kanaa ta’ee barreeffame qabatamaatti beekuudhaan ta’uu danda’a: Dacheen keenya rakkoo hamaa keessa seentee jiraattus nuti rakkoo ishee hiikuudhaaf kan humna hin qabnedha.
Wal’aansoo Isa Guddaan bu’uura kabaja namaa gadi buuse saaxiluu qofa utuu hin taane, boo’icha wal’aansoo jabaa dhukkuba hamaa, qorumsa jabaa, malaammaltummaa, ajjeechaa tuutaa, wal ajjeesuu fi fincila hamaa jalaa bo’amu bakkeetti baasa. Hojii ajaa’ibsiisaa kana keessatti akka jal’inni hangaa ol ta’e, akka gaariin mo’uu fi akka cubbuun xumura qabu hubatta. Yoo dhuma addunyaa kanaa fi addunyaa isa ulfina qabeessa dhufuuf jiruuf of qopheessuu barbaadde kitaaba kana dubbisuu qabda.
Afaan:
Baay'inaan Kan Bu'e